Beeyladoota Isaa ﷺ

Fardeen Isaa ﷺ

Inni ﷺ fardeen kudhan qaba ture, garuu irratti wal dhabbiin jira:

  • As-Sakb
  • Al-Murtajiz
  • Al-Luzzaz
  • Al-Lahif
  • Al-Ward
  • Al-Mirwah
  • Al-Bahr
  • As-Sabha
  • Al-Mandub
  • Al-Ya'sub

Gaangota Isaa ﷺ

Gaangota qaba ture: Duldul, Al-Mayliyya, fi kan biraa Doomatal Jandal irraa dhufe.

Harroota Isaa ﷺ

Inni ﷺ harree maqaan isaa Ufayr jedhamu qaba ture, fi kan biraa Ya'fur jedhama.