Aadawwan isaa fi Haadawwan isaa ﷺ
Aadawwan isaa ﷺ
- Al-Haaris
- Qutham
- Hamza (Rabbiin isa haa jaalatu) (Leenca Rabbii fi Leenca Ergamaa Isaa)
- Al-Abbaas (Rabbiin isa haa jaalatu)
- Abu Xaalib
- Abdul Ka'abaa
- Abu Lahab
- Hajal
- Diraar
- Al-Muqawwim
- Al-Ghaydaaq
Haadawwan isaa ﷺ
- Safiyyaa (Rabbiin isii haa jaalatu)
- Aatikaa
- Arwaa
- Umaymaa
- Barraa
- Ummu Hakiim Al-Baydaa'