الصلاة على النبي ﷺ

Salawaata Nabi ﷺ irratti buusuu — Hukmii isaa, faayidaa isaa fi bu'aa isaa balbala 9n, afaan 90n argama, Kitaaba Imaam Abdullaah Siraajuddiin Al-Huseynii irraa.