Nuura Islaamaa — Seensa Islaamummaa balbala 15 qabu, afaan 90n: Islaamummaan maali, Shahaadota lamaan, Arkaana Iimaanaafi Arkaana Islaamaa fi kanneen biroo — Kitaaba 'Seensa Waliigalaa Amantii Islaamaa' Sheek Alii Al-Xanxaawii irraa kan fudhatame.